Fana: At a Speed of Life!

Jilli Paartii Badhaadhinaa Koonfiraansii Kongirasii Biyyaalessaa Afrikaa Kibbaarratti hirmaachaa jira

Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)-Jilli Miseensota Paartii Badhaadhinaa Koonfiraansii Kongirasii Biyyaalessaa Afrikaa Kibbaa 55ffaarratti hirmaachaa jira.

Paartileen lamaan hariiroo ummatoota biyyoota lamaanii itti fufiinsa qabu cimsuuf kan dandeessisu hariiroo uumaa jiru jedhameera.

Paartii Badhaadhinaa afeerraa taasifameefii koonfiraansii Kongirasii Afrikaa Kibbaarratti hirmaachuuf bakka bu’oota erguun eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuuk:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.