Fana: At a Speed of Life!

Taphni xumuraa Waancaa Addunyaa har’a gaggeeffama

Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa Kuwaataaritti gaggeeffamaa jiruun guyyaa har’aa Faransaayii fi Arjantiinaa gidduutti ni taphatama.

Bara Faranjotaa Sadaasaa 20, 2022 gaggeeffamuu kan eegalee taphni Kubbaa Miilaa Addunyaa har’a ni xumurama.

Tapha har’a Faransaayii fi Arjantiinaa gidduutti sa’aatii 12:00 irratti taphatamu gareen biyyootaa lameenii Waancicha fudhachuuf morkiin gaggeessan akkan kan eegamuudha.

Tapha Waancaa Addunyaa kanarratti biyyoonni 32 hirmaataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.