Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Gorsaa Nageenya Biyyaalessaa Ameerikaa Jaak Saaliivaan waliin mari’atan

Finfinnee, Mudde 4, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Gorsaa Nageenya Biyyaalessaa Ameerikaa Jaak Saaliivaan waliin mari’atan.

Mariin isaanii haala hojiirra oolmaa waraana dhaabuu, hojiilee fooyya’iinsa siyaasaafi diinagdee akkasumas hariiroo gamlamee biyyoota lameenii haala haaromsuun danda’amurratti xiyyeeffachuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.