Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensaa Moorookoo Balallii addaa 30n deeggartoota gara Dohaatti imalchiisuufi

Finfinnee, Mudde 3, 2015(FBC) – Daandiin Qilleensaa Moorookoo Balallii addaa 30n deeggartoota Garee Biyyaalessaa Kaazaabilaankaarraa gara Dohaatti imalchiisuuf ta’uu beeksiise.

Daandiin Qilleensaa ‘Eer Maarook’ jedhamu har’a akka beeksiiseetti Wiixataa fi Roobii deeggartoota Garee Kubbaa Miilaa Biyyaaleessaa balallii addaa 30n Kaazaabilaankaarraa gara Dohaatti kan imalchiisu ta’uu beeksiseera.

Moorookoon biyya Afrikaa tapha Walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaa 22ffaaf darbuun seenaa dalagde yoo taatu, Roobii dhufu galgala sa’aatii 4:00 irraa eegalee Faransaay waliin xumuraaf darbuuf falmii cimaa ni taasiiftiin kan eegamu ta’uu CGTN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.