Fana: At a Speed of Life!

Omishaaleen kuma 1 fi 600 ol qaraxaarraa walaba Chaayinaaf akka dhiyaatan ibsame

Finfinnee, Muddee 3, 2015 (FBC)-Mootummaan Chaayinaa oomishaaleen Ityoophiyaa kumni 1 fi 644 qaraxarraa walaba gabaa isheef akka dhiyaatan ibsu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawa beeksise.

Carraan gabaa omishaalee Ityoophiyaa kunneen gama Chaayinaan kan kenname yoo ta’u dirqamni Ityoophiyaarraa barbaadamu akka hinjirre eerameera.

Haaluma kanaan oomishaalee kuma 6 fi 422 keessaa oomishaalee kuma 1 fi 644 gabaa isheef akka dhiyaataan ibsuu ragaan Ministeericharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.