Fana: At a Speed of Life!

Artiist Taarikuu Birihaanuu du’aan addunyaa kanarraa boqate

Finfinnee, Mudde 2, 2015 (FBC) – Artiist Taarikuu Birihaanuu(Baabaa) dhibee isa muudateen du’aan addunyaa kanarraa boqateera.

Artiist Taarikuu Birihaanuu fiilmiwwan hedduurratti taatoo ta’uun hojjeteera.

Dhibee isa muudateen torbee tokkoof yaallamaa turuun lubbuun isaa darbeera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.