Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni Waldaa Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa hoggantoota Raayyaa Ittisaa waliin mari’atan

Finfinnee, Mudde 1, 2015 (FBC) – Hoggantoonni Waldaa Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa,hoggantoota Raayyaa Ittisaa FDRI waliin mari’ataniiru.

Dhaabbileen lamaan bu’uura qajeeltoowwan idil addunyaa fi biyyaalessaan haala waloon hojjechuu danda’anirratti marii bu’aa qabeessa taasiisuu ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.