Fana: At a Speed of Life!

Gochaawwan Jaalalaa fi tokkummaa keenya diigan irratti ni qabsoofna –Jiraattoota Magaalaa Jimmaa

Finfinnee, Mudde1, 2015 (FBC) – Gochaawwan Jaalalaa fi Tokkummaa diigan irratti kan  qabsaa’an  ta’uu jiraattonni magaalaa Jimmaa ibsaniiru.

Jiraattonni magaalichaa haala yeroo irratti marii taasisaniiru.

Gochaawwan jaalalaa fi tokkummaa biyyattii diigan kamuu irratti qabsaa’uudhaan hojiilee jalqabaman cimsanii kan itti fufan ta’uu Faanaa Broodkaasting Korporetitti himaniiru.

Nageenyi hawaasa magaalichaaf aadaa ta’uu  fi hirmaannaa hawaasaa fi qaamolee nageenyaan  tibbana qaamoleen nageenya booressuun shakkaman  80 ol to’atamuu  Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa magaalichaa  Obbo Lataa Ashabbir ibsaniiru.

Nageenya waaraa fiduuf wal cinaa  haa dhabbanuu jechuun dhamaniiru.

Abdurahmaan Mahammadtu  gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.