Kooriyaa Kibbaatti heelikooftarri kufuun lubbuun namootaa darbe
Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Kooriyaa Kibbaa bulchiinsa Yaangiyaangii fi Gaangiwoonitti baalaa ibiddaa bosonaa mudate dhaamsuurraa kan ture heelikooftarri kufuun lubbuun namootaa 5 darbe.
Heelikooftarri kufes Kooriyaa Kibbaa bulchiinsa Yaangiyaangi fi Gaangiwoo naannawaa qarqaraa galaanaa gama Bahaatti ta’uu Tajaajilli Oduu Yuunhaapi Zhinwan wabeeffachuun gabaaseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.