Fana: At a Speed of Life!

MM FDRI Dooktar Abiy biqiltuu dhaaban bishaan obaasan

Finfinnee, Gurraandhala 22, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad biqiltuu naannoo ‘CMC’ tti dhaaban bishaan obaasaniiru.

Dooktar Abiy galgala kana naannichatti argamuun biqiltuu Ganna darbe dhaaban kunuunsaniiru.

Kana duras sirna bishaan obaasuu kana gaggeessun isaanii kan yaadatamudha.

Sooddoo Lammaatu gabaase.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.