Fana: At a Speed of Life!

Daandiin qilleensichaa meeshaalee yaalaa Toonii 10 ta’u deeggarsa taasiise

Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa meeshaalee yaalaa Fayyaa Toonii 10 ta’u deeggarsa taasiiseera.

Dhaabbata Xiyyaara Eerbaasii Oomishuu fi Dhaabbata Faransaay ‘Ayiveeshiin Sans Firoontar’ jedhamu waliin ta’uun meeshaalee yaala Fayyaa toonii 10 madaalu deeggarsa taasiiseera.

Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Daandii Qilleensa Ityoophiyaa Obbo Masfin Xaasaw deeggarsicha Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaaf laataniiru.

Deeggarsichi meeshaalee akka Sireewwan yaalaa, Teessoo, nyaataalee badhaadhaa, Dunkaanaa fi kanneen biroo kan hamate ta’uu eerameera.

Maddi:-TOI

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.