Kiristaanoo Roonaaldoon Maanchistar Yuunaatid gadi lakkisuufi
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Kiristaanoo Roonaaldoon Waliigalteen kilabii Maanchistar Yuunaatid gadi lakkisuuf ta’uu kilabichi ibse.
Kiristaanoo Roonaaldoon Kilaba Maanchistar Yuunaayitid irraa waliigalteen adda bahuuf ta’uu kilabichi ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaan dabarseen ifoomseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.