Fana: At a Speed of Life!

Waliigalteen Abbootii qabeenyaa lafa hektaara 90 fudhachuun dallaa qofa itti ijaaruun tursiisanii adda cite

Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Waliigalteen Abbootii qabeenyaa lafa hektaara 90 fudhachuun dallaa qofa itti ijaaruun tursiisanii adda cituu Biiroon Misooma Bulchiinsa Lafaa magaalichaa beeksiiseera.

Magaalichatti abbootii qabeenya lafa fudhachuun osoo hin misoomsin tursiisanirratti tarkaanfiin fudhatamuu Hogganaan Biirichaa Dooktar Qana’aa Yaadataan ibsaniiru.

Dooktar Qana’aan rakkoolee misooma lafaan walqabatanii mul’atan furuuf tarkaanfiiwan bulchiinsaa fudhatamaa jiran ilaalchisee ibsa laataniiru.

Abbootii qabeenya lafa hektaara 90 fudhachuun osoo hin misoomsin tursiisanirratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.