Fana: At a Speed of Life!

Koomishinar Lalisee Nameen , Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kuweet waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 8, 2015 (FBC)- Koomishinarri Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen , Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kuweet Naayiif Alqaaxiibiin waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniin haala qabeenya invastimantii Ityoophiyaa abbootii qabeenyaa Kuweetitti waloon beeksisuun danda’amurrattiifi hariiroo dinaagdee biyyoota lameenii cimsuun danda’amurratti mari’achuu ragaan komishinicharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.