Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti mana hidhaa keessa turan 86 gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Sadaasa 7, 2015 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Taanzaaniyaa qaxxaamuruun Afrikaa Kibbaa ce’uuf yaalan qaamolee nageenyaan to’atamanii mana hidhaa keessa turan 86 gara biyyaa deebi’aniiru.

Godaantoota adabbii itti laatame xumuran keessaa Taanzaaniyaatti Embaasiin Ityoophiyaa fi dhaabbanni Godaantootaa Idil Addunyaa Taanzaaniyaatti argamu waliin ta’uun lammiileen 86 guyyaa har’aa gara biyyaa akka deebi’an taasiifamuu ragaan Taanzaaniyaatti Embaasii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Lammiileen Ityoophiyaa hedduun namoota karaa seeraan alaan namoota daddabarsaniin gowwomsamuun miidhaa sukaneessaa garaagaraaf saaxilamaa jiraachuu himameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.