Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan Nyaataa Addunyaa konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an gara naannoo Tigraay seenuu beeksiise

Finfinnee, Sadaasa 7, 2015 (FBC) – Sagantaan Nyaataa Addunyaa konkolaattoonni gurguddoon deeggarsa namoomaa fe’an gara naannoo Tigraay seenuu beeksiiseera.

Konkolaattoonni kunneen erga Baatii Waxabajjii 2013 as yeroo jalqabaaf karaa Goondariin gara naannichaa seenuu ibseera.

Midhaan badhaadhaan guyyoota itti aanaan kutaalee hawaasaa naannichaaf kan qoodaman ta’uu eerera.

Yeroo itti aanus deeggarsi midhaan nyaataa fi meeshaaleen biroo gara naannichaa kan ergaman ta’uu dhaabbatichi beeksiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.