Fana: At a Speed of Life!

Hojmaata badaa maksuun fayyadamummaa haqa qabeessa mirkaneessuuf waloon hojjechuu qabna – Aadde Adaanach Abeebee

Finfinnee, Sadaasa 6, 2015 (FBC) – Hojmaata badaa maksuun fayyadamummaa haqa qabeessa mirkaneessuuf waloon hojjechuu qabna jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen.

Sirni Carraa baasuu manneen waliin jireenyaa haqummaan akka xumuramu qaamolee dhimmi ilaallatu waliin hojjetamuu Aadde Adaanach sirna carraa baasuu manneen waliin jireenyaa marsaa 14ffaarratti haasawa taasiisanii himaniiru.

Bulchinsi magaalichaa dhiyeessi manneen jireenya fooyyeessuuf xiyeeffannoon hojjechaa jiraachuu dubbataniiru.

Aadde Adaanach warreen qusachuun carraa keessaatti hirmaataniif ergaa baga gammaddanii dabarsaaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.