Fana: At a Speed of Life!

Waliigalteen nageenyaa mallatteeffame investimantii Ityoophiyaa guddisuuf gahee olaanaa qabaachuu ibsame

Finfinnee, Sadaasa 4, 2015(FBC)- Waliigalteen nageenyaa mootummaafi ABUT gidduutti mallatteeffame investimantii Ityoophiyaa guddisuuf gahee olaanaa qabaachuu Komishiniin Invastimantii Ityoophiyaa beeksise.

Waltajjiin marii waloo biyyaaleessaa invastimantii qaamoleen hojii raawwachiiftuu naannooleefi bulchiinsi magaalotaa irratti hirmaatan Magaalaa Gondaritti gaggeeffamaa jira.

Waliigalteen nageenyaa mootummaafi ABUT gidduutti mallatteeffame damee invastimanti irratti abbootii qabeenya alaa hawwachuuf carraa gaarii kan uumu ta’uu Ittaanaan Komishinaraa Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Tamasgeen Xilaahuun ibsaniiru.

Waliigaltichi abdii kan namatti horuu ta’uufi sosochii invastimantii sababa Covid-19’n miidhamee ture deebise dadammaqsuuf carraa gaarii kan uumu ta’uu eeraniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.