Fana: At a Speed of Life!

Obbo Tamasgeen Xurunee gitaa isaanii Somaaliyaa waliiin nageenyaa naannawaa mirkaneessuurratti mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 2, 2015 (FBC)– Daayrektara Olaanaa Eejensii Nageenyaa Odeeffannoo Biyyaalessaa Obbo Tamasgeen Xurunee gita isaanii Somaaliyaa Mahaadii Saalaad walin mari’ataniiru.

Biyyoonni lameen odeeffannoo waljijjiiruu, shororkeessummaa ittisuu, akkasumas nageenyaa waaraa naannawichaa fi biyyoota lameenii mirkaneessuuf waliigaluu maddii odeeffannoo Somaaliyaa Sonaa jedhamu gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.