Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Musxaafeen durfamu bufata godaantoota Godina liban daawwatee

Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Naannoo Somaalee Obbo Musxaafeen Mahaammadiin durfamu Godinaa Liban bufaata godaantoota Babolimoyuu Malikadiidoo keessatti argaman dawwateera.

Jilichi naannawaa buufata godaantotaatti argamuun, lammiilee bufatichatti argamaniif deeggarsa yeroo arifachisaa dhiyeesuun akkata danda’amurratti mari’ateera.

Kaayyoon dawwannichaa, naannichatti hanqinni rooba waan jiruuf dhaabbileen mootuummaa fi tola ooltonni deeggarsa akka taasisan waamichi dhiyaachu ragaan Kominikeeshinii nannnichaarrraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.