Fana: At a Speed of Life!

Jiraattonni magaalota Dhummuugaafi Allaamaaxaa tajaajilli elektirikaafi neetwoorkii eegaluu isaatti gammaduu ibsan

Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Jiraattonni magaalota Dhummuugaafi Allaamaaxaa tajaajilli elektirikaafi neetwoorkii eegaluu isaatti gammaduu ibsaniiru.

Mootummaa federaalaafi ABUT gidduutti waliigalteen nageenyaa gaggeeffamuufi waliigalticha hordofee tajaajilli elektirikaafi neetwoorkii eegaluusaatti gammaduu jiraattonni magaalota kanneenii Faanaa Broodkaastiing Korporeettitti himaniiru.

Tajaajila elektirikaafi neetwoorkii dabalataan warreen biroonis akka eegalaniifi hojiin dhiyeessii deeggarsa namoomaas cimee akka itti fufu gaafataniiru.

Hayimaanot Wandiraaditu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.