Fana: At a Speed of Life!

Tulluu Bollootti manneen jireenyaa 42 baajata mana qopheessaan ijaarraman fayyadamtootaaf dabarfaman

Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Magaalaa Tulluu Bollootti manneen jireenyaa 42 baajata mana qopheessaa magaalichaa Birrii miiliyoona 13’n ijaaraman fayyadamtootaaf dabarfamaniiru.

Itti gaafatamaan Waajjira Misooma Magaalaa fi Manneenii Godina Shawaa Kibba Lixaa obbo Tashoomaa Tolasaa, magaaloota godinichatti bara kana manneen jireenyaa 58 ijaaruun hawaasaaf dabarsuuf hojjetamaa jiraachuu eeruu OBN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.