Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin Injinariingii Afrikaa gaggeeffamuu eegale

Finfinnee, Onkololeessa 29,2015 (FBC)- Yaa’iin Injinariingii Afrikaa 6ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.

Yaa’icharratti Pireezidaantii FDRI Saahilawarq Zawdee dabalatee hoggantoonni olaanoon mootummaa fi bakka buutonni biyyoota Afrikaa garaagaraa argamaniiru.

Yaa’ichi damee ijaarsaa ardichaa guddisuuf gahee olaanaa qabaachuu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Korporeeshinii Hojiilee Konistiraakshinii Ityoophiyaa Injinar Yoonas Ayyaaleewu ibsaniiru.

Dabalataanis yaa’ichi hojiilee ijaarsaa mijatoo ta’an hojjechuuf kan gargaaru ta’uu TOI gabaaseera.

Yaa’ichi har’a irraa eegalee guyyoota shaniif kan itti fufu ta’uu ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.