Fana: At a Speed of Life!

Obbo Ordiin Badrii Ambaasaaddara Chaayinaa waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Haraarii  Obbo Ordiin Badriin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa  Zhaa’oo Zhiyuuwaan waliin mari’ataniiru.

Obbo Ordiin Badriin ambaasaaddarichaaf ergaa baga nagaan dhuftanii dabarsuun,hambaalee naannichaa daawwachiisuu ibsameera.

Dhimmoota waloo irratti marii bu’aa qabeessa taasisuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii  naannichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.