Fana: At a Speed of Life!

Aadde Mufariyaat Kaamiil Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Xaaliyaanii waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kaamiil Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Xaaliyaanii Agostiinoo Paaleezee waliin mari’atan.

Anga’oonni lameen Ityoophiyaafi Xaaliyaanii damee Barnoota Leenjii Ogummaafi Teekinikaan haala tumsaan waliin hojjechuu danda’anirratti mari’achuu ragaan Ityoophiyaatti Imbaasii Xaaliyaaniirraa argame ni mul’isa.

Dabalataanis ce’umsa beekumsaa taasisuuniifi giddugaloota misoomaa ijaaruun haala danda’amurratti mari’achuu eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.