Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Saahilawarq du’aan boqochuu Artiist Alii Birraan gaddi itti dhaga’amuu ibsan

Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen du’aan boqochuu Artiist Alii Birraan gaddi itti dhaga’amuu ibsaniiru.

Hojiin isaan dhalootaf dhiisanii darban bara baraan yaadatamaa kan jiraatu ta’uu Pireezidaanti Saahilawarq ibsa gaddaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin barreessaniin himaniiru.

Maatii, Firroottaan, Hiriyootaa fi dinqisiifattoota isaaf jajjabina hawwaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.