Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Sidaamaa RIB’f deeggarsa Birri miiliyoona 39 taasise

Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015 (FBC)- Naannoon Sidaamaa Raayyaa Ittisaa Biyyaaf deeggarsa akaakuu fi maallaqaa Birrii miiliyoona 39’tti tilmaamuu taasise.

Deeggarsicha kan kennan ,Pireezidaantii Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddamoo wayita kana haasawaa taasisaniin, kanaan duraas naannichi deeggarsa taasisaa turu dubbataniiru.

Deeggarsa kanaan Birrii miiliyoonni 29.2 akaakuun yoo ta’u Birriin miiliyoonni 10 immoo maallaqaa ta’uun eerameera.

Deeggarsichis Ummata naannicharra kan walitti qabame ta’uu Obbo Dastaan ibsuu ragaan Kominiikeeshinii naannicharra argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.