Hiriirri “Ityoophiyaa cinaa nan dhaabbadha” Landanitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Hiriirri mata duree “Ityoophiyaa cinaa nan dhaabbadha” jedhuun qophaa’e Landan Embaasii Ityoophiyaa fuulduaratti gaggeeffamaa jiraachuun eerame.
Hirmaattonni hiriirichaa, “Waliigaltee nageenyaa gaggeeffame ni deeggarra”, “Ameerikaan waliigaltecha deeggaruu ishee gaarummaan ni fudhanna”, “Rakkoolee Afrikaaf furmaataa Afrikaan” ergaawwan jedhan dabarsaniiru.
Hiriiricha “Defund Ethiopian Taskforce Europ” fi koree qindeessituu Ingiliz jiru walta’iinsaan kan qophaa’e ta’uu TOI gabaaseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.