Fana: At a Speed of Life!

Waliigalticha ilaalchisee hawaasa Dippiloomaasii Ityoophiyaatti argamaniif ibsi kenname

Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Waliigaltee nageenyaa Mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti taasifame ilaalchisee hawaasa Dippiloomaasii Ityoophiyaatti argamaniif ibsi kennameera.

Gorsaan Nageenya Biyyaalessaa Muummee Ministiraa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen waliigalticha ilaalchisee hawaasa Dippiloomaasii Ityoophiyaatti argamaniif ibsa kennaniiru.

Waliigalticha milkeessuuf Gamtaan Afrikaa shoora olaana ba’uu eeraniiru.

Ajajoonni waraana olaanoon qaamoolee lameenii akkaataa hidhannoon itti hikkatu ilaalchisee Keeniyaa Magaalaa Naayiroobiitti wal arguun kan mari’atan ta’uu Ambaasaadaar Reedwaan ibsaaniiru.

Taarikuu Laggaseetu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.