Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti tajaajilli haaromsa waraqaa eenyummaa Sadaasa 1, 2015 irraa eegalee ni kennama jedhame

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti tajaajilli haaromsa waraqaa eenyummaa Sadaasa 1, 2015 irraa eegalee ni kennamuu kan jalqabu ta’uu Sadarkaa Ittaanaa Kantiibaatti Hojii Gaggeessaa Olaanaan magaalichaa obbo Xiraatuu Bayyanaa beeksisan.

Tajaajila haaromsa waraqaa eenyummaa torban dhufu eegaluuf gurmaa’iinsi sadarkaan jiru hundi qophii barbaachisaa xumuraa jiraachuu eeraniiru.

Giddugaloonni kenniinsa tajaajilaa sadarkaan jiranis bu’uura hojii qophiin duraafi hojiimaataan tajaajilicha hawaasaaf tajaajila si’ataa akka kennaniifi naamuusa gaariin keessummeessuu akka qaban yaadachiisaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.