Fana: At a Speed of Life!

Gamtaan Afrikaa deeggarsa nageenya Ityoophiyaaf taasisu cimsee itti fufa- Muusaa Faaqii Maahimaat

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015(FBC)- Gamtaan Afrikaa nageenya waaraa Iyoophiyaa mirkaneessuuf deeggarsa taasisu cimsee kan itti fufu ta’uu Komishinarri Gamtaa Afrikaa Muusaa Faaqii Maahimaat ibsan.

Mootummaafi ABUT waliigaltee waraana dhaabuu waliif mallatteessuu isaaniif galateeffataniiru.

Gamtichi bu’uura waliigaltichaan mootummaafi ABUT nageenya waaraa akka itti fufsiisaniif deeggarsi taasisu cimee itti fufa jedhaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.