Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Kibbaatti guyyaan haleellaa ajaja kaabaarratti raawwatame yaadatamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Naannoo Uummatoota Kibbaatti guyyaan haleellaa ajaja kaabaarratti raawwatame waagga 2ffan yaadatamaa jira.

Guyyichi Onkololeessaa 24 mata duree “yoomiyyuu hin irraanfannu”jedhuun sirnoota garaagaraan yaadatamaa jiraachuun ibsameera.

Naannoon Uummatota Kibbaa guyyaa yaadannoo haleellaa kana ,dhiigaa arjoomuu fi deeggarsaa Raayyaa Ittisaa biyyaaf qaban argisiisuun yaadatamaa jiraachuun eerameera.

Maqdas Asaffaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.