Fana: At a Speed of Life!

Onkololeessi 24 Guyyaan Yaadannoo haleellaan Raayyaa Ittisaarratti raawwate sirnoota garaagaraan kabajamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Guyyaan Yaadannoo Haleellaan Raayyaa Ittisaa Ajaja Kaabaarratti raawwatame Onkololeessi 24 waggaa 2ffaan sirnoota garaagaraan kabajamaa jira.

Guyyaan kun bulchiinsa magaalaa Dirre Dawaatti kabajamaa jira.

Guyyichi mata duree ‘Yoomiyyuu Hin dagannu’ jedhuun kabajamaa jiraachuu ibsameera.

Onkololeessi 24 guyyaan Raayyaa Ittisaa Ajaja Kaabaarratti haleellaan raawwate kun marii paanaaliin Magaalaa Dirre Dawaattitti kabajamaa jira.

Sirna yaadannoo kanarratti hoggantoonni mootummaa fi kutaaleen hawaasaa garaagaraa argamaniiru jedhame.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.