Fana: At a Speed of Life!

Doolaarri kumni 8 fi meeshaaleen waraanaa seeraan alaa mana nama dhuunfatti to’atame

Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC) – Doolaarri kumni 8 fi meeshaaleen waraanaa seeraan alaa sakattoo taasiifameen mana nama dhuunfatti to’atame.

Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Araadaa aanaa 04 iddoo addaa ‘Sameen Mazagaajjaa’ jedhamutti sakattoo taasiifameen maallaqnii fi meeshaaleen waraanaa kunneen to’atamuu maddoonni amanamoo ta’aan ibsaniiru.

Mana nama dhuunfaa tokkoo Meeshaan Chiikoof jedhamu rasaasa 46 fi magaazina 2, Shugguxiin Kooltii 1 rasaasa 96 waliin akkasumas Doolaarri kumni 8 to’atameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.