Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad godina Shawaa Bahaatti oomisha qamadii kilaastaraa daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad godina Shawaa Bahaa aanaalee Dudgaafi Booraatti oomisha qamadii kilaastaraan misoomee walitti qabamaa jiru daawwataniiru.

Aanichatti qonnaan bultoonni kumni 8 lafa heektaara kuma 31 irratti qamadii kilaastaraan misoomsuu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin ibsaniiru.

Gamtaan yoo hojjenne galmi wabii midhaan nyaataa keenya ni milkaa’a, qormaatileen keenya ni injifanna, biyyi keenya ni misoomti jedhaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.