Fana: At a Speed of Life!

Piriimaayeer Liigii Ingilaand torbee 14ffaan boru taphoonni 8 ni taphatamu

Finfinnee, Onkololeessa 18, 2015 (FBC) – Piriimaayeer Liigiin Ingilaand torbee 14ffaan boru tapha Leesiisteer Siitii fi Maanchiisteer Siitii gidduutti taphatamuun eegalama.

Boru sa’aatii 8:30 irraa eegalee Leesiister Siitiin Istaadiyeemii Kiing Paaworitti Liigichaan sadarkaa 2ffaarratti kan argamu Maanchiisteer Siitii waliin ni falmata.

Sa’atii 11:00 irraa eegalee taphoonni 5 kan taphataman yoo ta’uu, taphni Boornimaawuz Tootanihaam, Biraayitan Cheelsii waliin taphatan ni eegama.

Dilbata ammoo Arsenaal Notiingahaam Fooresti, Maanchiisteer Yuunaayitid Weestahaam Yuunaayitid waliin ni taphatu.

Maddi:-BBC Sport

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.