Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa fuulli Feesbuukii isaa to’annoo ala ta’uu beeksise

Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa fuulli Feesbuukii isaa to’annoo ala ta’uu beeksiseera.

Ergaan Fuula Feesbuukii isaan darbu kamiiyyuu kan dhaabbatichaa akka hin taane Maamiltoonnii fi hordoftoonni isaa akka hubatan beeksiseera.

Rakkicha furuuf dhaabbata Meettaa waliin hojjechaa jiraachuu fuula Tiwiitarii isaan ibseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.