Fana: At a Speed of Life!

Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Yuukreenitti sakatta’iinsa Niwukilaaraa gaggeessuufi

Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Yuukreenitti sakatta’iinsa Niwukilaaraa gaggeessuuf ta’uu gabaafame.

Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti  Ejensiin Humna Atoomikii Idil Addunyaa Yukreenitti sochiin dhoksaan gabbisa niwukilaaraa jiraachuufi jiraachuu dhabuu isaa adda baasuuf garee hordooffii fi to’annoo gara Yukreenitti  erguufi jedhameera.

Ejensichi naannawaa biyyattii kamitti sakatta’iinsa akka gaggeessu kan hin ifoomne ta’uu BBCn gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.