Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan Raayyaa Ittisaa sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015 (FBC) – Guyyaan Raayyaa Ittisaa sagantaalee garaagaraaan kabajamaa jiraachuu ibsame.

Kitaabni fuula 360 qabu haala duula birmadummaa kabachiisurratti xiyyeeffates guyyaa kana sababeeffachuun eebbifameera.

Sirna eebba kitaaba kanaarratti Pireezidaantii FDRI duraanii Ambaasaaddar Mulaatu Tashoomaa dabalatee namoonni bebbeekkamoon biroo argamu ibsameera.

Qonjiit Zawdeetu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.