Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad gita isaanii Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin bilbilaan mari’ataniiru.

Dhimmoota hariiroo waloorratti marii bu’aa qabeessa taasiisuu isaanii Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fuula Tiwiitarii isaaniin ibsaniiru.

Haala hariiroo biyyoota lameenii caalmaatti cimsuun danda’amurratti mari’achuu eeraniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.