Fana: At a Speed of Life!

Manni barnootaa sadarkaa 2ffaa Ifa Akkoo Waajjira Giiftii Dureen ijaaraame eebbifame

Finfinnee, Onkololeessa 12, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaa Godina Jimmaatti Manni Barumsaa sadarkaa 2ffaa Ifa Akkoo Waajjiira Giifti Dureen ijaarame eebbifameera.

Mana barumsichaa Muummee Ministiraa Abiy Ahimadii fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoo eebbisiisaniiru.

Manni barumsichaa galii gurgurtaa kitaabaa Muummee Ministiraa Abiy Ahimad irraa argame Muummeen Ministiraa Waajira Giiftii Dureef deeggarsa taasisaniin ta’uun eerameera.

Manni barnootaa eebbifame kunis dareewwan 18 dabalatee mana dubbisaa kitaabaa fi laabiraatoorii kan qabu ta’uun ibsameera.

Alaazaar Taaddalaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.