Fana: At a Speed of Life!

Gabaasni Lammiileen Ityoophiyaa 25 Maalaawwii keessatti du’anii argaman jedhamuun tatamsaa’aa jiru qoratamaa jiraachuu ibsame

Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC) – Gabaasa Lammiileen Ityoophiyaa 25 Maalaawwii keessatti du’anii argaman jedhamuun tatamsaa’aa jiru qulqullaa’aa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera.

Dhimmicha ilaalchisee mootummaa Maalaawwii waliin hojiin qulqulleessuu hojjetamaa jiraachuu ministeerichi ibsa baaseen himeera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.