Fana: At a Speed of Life!

Finfinneen dorgommii muuxxannoo sagantaa nyaata manneen barnootaa injifatte

Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Finfinneen dorgommii muuxxannoo sagantaa nyaataa manneen barnootaa 8ffaa magaalaa Milaanitti magaaloota 133 gidduutti gaggeeffame injifatte.

Imaammata waliigaltee Fooramii Nyaata Magaalaa Miilaan 8ffaa irratti muuxannoo gaarii gosa Nyaataa fi damee sirna Nyaata Itti fufiinsa qabu jedhamu injifateerti.

Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen saganticharratti argamuun Ityoophiyaatti imaammata dursa namaaf jedhu baasuun hojiilee namummaarratti xiyyeeffatee hojjetamaa jiru ilaalchisee Kantibaawwan waliigatlee imaammata nyaataa magaalaa Milaan mallateessanii fi hirmaattootaaf muuxxannoo qooduu ragaan Waajjira Kantibaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.