Fana: At a Speed of Life!

Raawwiin Qormaata kutaa 12ffaa marsaan jalqabaa gamaaggamame

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Raawwiin Qormaata kutaa 12ffaa marsaan jalqabaa bakka Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeessar Birihaanuu Naggaan argamutti Waajjira Muummee Poolisii Federaalaatti gamaaggamameera.

Poolisiin Federaalaa fi naannolee qaamolee nageenyaa biroo waliin ta’uun hojii ga’umsa qabu raawwachuu Piroofeesar Birihaanuun ibsaniiru.

Rakkoolee marsaa jalqabaatti muudatan furuun marsaa 2ffaarrtii hojii bu’aa qabeessa hojjechuuf qophiin xumuramuu Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel himaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.