Fana: At a Speed of Life!

Barsiisonni Qormaata 12ffaa qoruuf Yuunivarsiitii Arsiitti ramadaman hojii misoomaa daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Barsiisonni Yuuniivarsiitii adda addaarraa qormaata kutaa 12ffaa qoruuf Yuuniivarsiitii Arsiitti ramadaman hojiilee misoomaa mootummaa ,yunivarsiitichaa fi hawaasa naannootiin hojjetamaa jiran daawwataniru.

Barsiisonni daawwannaa kanaarratti hirmaatan kanneen Yuunivarsiitiiwwan Dabaarqi, Afaarii fi Diillaa irraa dhufan ta’uu ibsameera.

Naamusni barattoonni qormaata irratti argisiisan gaarii kan turee fi olola bakka bakkatti miidiyaa hawaasaan tamsa’aa ture kan fashaleessu tahuu himan.

Oliyaad Badhaanee fi Yoonaataan Biraanuutu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.