Fana: At a Speed of Life!

Barattoonni kutaa 12ffaa qormaata saayinsii hawaasaa fudhatan gara naannoo isaanitti deebi’aa jiru -Ministeera Barnootaa

Finfinnee, Onkololeessa 3, 2015 (FBC) – Marsaa jalqabaaf barattoonni kutaa 12ffaa qormaata saayinsii hawaasaa fudhatan gara naannoo isaanitti deebi’aa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksise.

Marsaa jalqabaaf barattoonni kutaa 12ffaa qormaata saayinsii hawaasaa fudhatan gara naannoo isaanitti deebi’aa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksiseera.

Xumuramu qormaata kutaa 12ffaa marsaa jalqabaa ilaalchisee barattoonni qormaaticha fudhachaa turan kaleessa galgalaa eegalee gara naannoo isaanitti deebi’aa jiraachuus beeksiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Finfinnee, Onkololeessa 3, 2015 (FBC) – Marsaa jalqabaaf barattoonni kutaa 12ffaa qormaata saayinsii hawaasaa fudhatan gara naannoo isaanitti deebi’aa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksise.

Marsaa jalqabaaf barattoonni kutaa 12ffaa qormaata saayinsii hawaasaa fudhatan gara naannoo isaanitti deebi’aa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksiseera.

Xumuramu qormaata kutaa 12ffaa marsaa jalqabaa ilaalchisee barattoonni qormaaticha fudhachaa turan kaleessaa galagal irraa eegalee gara naannoo isaanitti deebi’aa jiraachuus beeksiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.