Miseensonni Manneen Maree Lamaanii Godaambaa Saayinsii fi Teeknooloojii daawwataniiru
Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataafi Mana Maree Federeeshinii Godaambaa Saayinsii fi Teeknooloojii daawwataniiru.
Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataafi Mana Maree Federeeshinii sirna baniinsa walga’ii idilee waloo manneen maree lamaanii erga xumuraniin booda Godaambaa Saayinsiifi Teeknooloojii daawwataniiru.
Godaambichi banamuun xiyyeeffannoo maatummaan Saayinsii fi teeknooloojii laate kan muli’su ta’uu miseensonni kunneen himaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.