Fana: At a Speed of Life!

Arsenaal 3 – 2 Liivar Puul

Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) – Taphni Piriimaayeer Liigii Ingilaand Arsenaalii fi Liivar Puul gidduutti gaggeeffame olaantummaa Arsenaaliin xumurame.

Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 10ffaa har’a eegamaa tureen Arseenaal goolii 3 fi 2 Liivaar Puul injifachuun dursummaa isaa cimsateera.

Martinelli daqiiqaa 1ffaa,Saakaan daqiiqaa 45ffaa fi 76ffaarraatti goolliiwwan Arsenaal ittiin injifate yoo lakkoofsisan, Nuunez daqiiqaa 34ffaa fi Farmiinoon daqiiqaa 53ffaa goolii tokko tokko Liivar Puuliif galchaniiru.

Arsenaal qabxii 24 liigicha yoo dursu Maanchiisteer Siitiin qabxii 23 itti aana.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.