Fana: At a Speed of Life!

Obbo Ristuu Yirdaaw  Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee  dabarsan

Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)-  Pireezidaantiin naannoo Uummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw  Ayyaana Mawuliidaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee  dabarsaniiru.

Hawaasni Musliimaa akkuma kanaan dura tasisaa ture ayyaanicha namoota rakkatan  garagaaruun kabajuu qaba jedhan.

Ayyaanichi kan nagaa , jalaaala, waldandaa’uu , tokkuummaafi waliif yaaduu akka ta’u hawwii qaban ibsuu isaanii ragaan Biroo Kominiikeeshinii Naannicharraa argame  ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.