Hariiroo Ityoophiyaafi Keeniyaa gidduu jiru daran cimsuun barbaachisaa ta’uu anga’oonni biyyoota lameenii ibsan
Finfinnee, Fulbaana 26, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiifi jilli isaanii Jila Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon durfamu waliin mari’atan.
Mariisaaniin Hariiroo Ityoophiyaafi Keeniyaa gidduu jiru daran cimsuun barbaachisaa ta’uu anga’oonni biyyoota lameenii ibsuu ragaan Waajjira Muummee Ministeeraarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.